Seera Dhaalmaa Australia keessaa hiikuu: Mirgaa fi dirqamni kee asi keessatti ibsameera.

Australiyaan ibsamuu - Seera Dhaalmaa

Yoo dhaamsi dhaalmaa hin jirre dhaalli eenyuuf taha? Credit: AlexanderFord/Getty Images

Akka biyyoota biroo, lammiileen Australia qabeenya dhaalmaan argatani irratti gibira hin kaffalan. Haa tahuu, seerri dhaalmaa cimaan haa jiraatu iyyuu , lammiileen Australia dhibbantaatti harka 50 ol utuu qabeenya isaanii utuu hin dhaalchisin waan du’aniif, yeroo baayyee maneen murtiitu gidduu seenu. Dhaalli salphaa kan tahu namni tokko erga du’ee booda qabeenyi isaa akkamitti akka raabsamu akka hawwu dhaalmaaf (will) yoo dursee of qopheesse dha.


hubannoo
  • Awustraliyaanotni gibira dhaalmaa hin kafalan.
  • Raawwachiisaan dhaalmaa sana akka hogganu muudama.
  • Dhaamsi dhaalmaa yoo jiraate dhaalli salphaatti xumurama.


Share
Follow SBS Oromo

Download our apps
SBS Audio
SBS On Demand

Listen to our podcasts
Independent news and stories connecting you to life in Australia and Oromo-speaking Australians.
Ease into the English language and Australian culture. We make learning English convenient, fun and practical.
Get the latest with our exclusive in-language podcasts on your favourite podcast apps.

Watch on SBS
SBS World News

SBS World News

Take a global view with Australia's most comprehensive world news service